Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Itoophiyaafi Faransaay walii galtee waliif mallatteessan.

Itoophiyaafi Faransaay walii galtee waliif mallatteessan.

[Finfinnee,Oromiyaa - 10 09 04]-Itiyoophiyaafi Faransaayi waliigaltee gargaarsaa qarshii miliyoona 11fi kuma 200 harr'a walii mallatteessan.Waliigaltichi haala sochii tiraafika magaalaa Finfinnee hirr'isuu danda'uun deeggarsa ijaarsa daandiiwwan baab...
Hospitaaloonni tajaajila gahaa akka kennaniif manni marichaa hubachiise.

Hospitaaloonni tajaajila gahaa akka kennaniif manni marichaa hubachiise.

 [Finfinnee,Oromiyaa - 10 09 04] Hospitaalonni daa'immanii fi haadholiin tajaajila fayya...
misooma manneenitiif xiyyeeffannoon kennamee akka hojjetamu eerame.

misooma manneenitiif xiyyeeffannoon kennamee akka hojjetamu eerame.

[Finfinnee,Oromiyaa - 10 09 04]-Ministeerri koonistiraakshiniifi misooma magaala misooma m...
Yaa'iin biyyoota Garee 8 ykn G8 Kamp David Ameerikaatti taa'amu eegale

Yaa'iin biyyoota Garee 8 ykn G8 Kamp David Ameerikaatti taa'amu eegale

 [Finfinnee,Oromiyaa - 10 09 04]Guddina diinagdee biyya tokkoof bulchiinsi gaariin bu'uur...
Warshaan xaa'oo Godina I/A/Booratti birrii biliyoona 55'n hojechuuf waligalteen mallattaa'e.

Warshaan xaa'oo Godina I/A/Booratti birrii biliyoona 55'n hojechuuf waligalteen mallattaa'e.

 [Finfinnee,Oromiyaa  10 09 04] Warshaan xaa'oo Godina I/A/Booratti birrii biliyoona 55'...
 
Itoophiyaafi Faransaay walii galtee waliif mallatteessan.

Itoophiyaafi Faransaay walii galtee waliif mallatteessan. [Finfinnee,Oromiyaa - 10 09 04]-Itiyoophiyaafi Faransaayi waliigaltee gargaarsaa qarshii miliyoona 11fi kuma 200 harr'a walii mallatteessan.Waliigaltichi haala sochii tiraafika magaalaa Finfinnee hirr'isuu danda'uun deeggarsa ijaarsa daandiiwwan baaburaa waliin wal quunnamsiisanif kan oluudha.Waliigalticha gama Itiyoophiyaatiin ministira maallaqaafi misooma diinagde obbo Ahimad shide gama Faransaa...
More:

DAILY TV OROMIYAA NEWS - MAY 18, 2012

time2online Extensions: Simple Video Flash Player Module