
Pirezidaantii Itti Aanaan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi hogganaan Biiroo Siviilsarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Kabajamoo Obbo Abdulaaziiz Mahaammad Gabaasa raawwii Hojiiwwan gurgoddoo Qaama Raawwachiistuu Mootummaa kan bara 2004 fi kallattii karoora mootummaa naannichaa kan bara 2005 Yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii Caffee 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaatiif dhiyeessan.



(Oromiyaa, Finfinnee- Guraandhala 15,2004) - Yaa’ii idilee 5ffaan bara hojii 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti deemsifamaa jira. Gabaasni Wayita...
Kab. Obbo Abdullaaziiz Mahaammad pirezidaantii I/A B.M.N.O FI Hog.B.S.S B.Gaarii Or...
Kab. Obbo Abdullaaziiz Mahaammad pirezidaantii I/A B.M.N.O FI Hog.B.S.S B.Gaarii Oromiyaa Gabaasa Rawwii Hojii BMNO Bara 2003 wayita Ya...
Kabajamoo Afyaa’ii !!Kabajamtoota Miseensota Caffee !! Mootummaan Naannoo Oromiyaa misooma ariifaataa, ittifufinsa qabu, kan ummatni sadarkaa sadarkaan irraa fayyada...