Trendy:
                                                                                                                                                                                       LANGUAGES         AFAAN OROMOO         AMHARIC
Home INTERVIEW SPEECH

SPEECH

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame

(Bitootessa 21/2004, Finfinnee) Muxannoo qonnaan bultoota adda duree daran cimsinee babal’isuun qabsoo hiyyummaarratti jalqabne milkeessuf nu dandeessisa jedhan,pirezidaantin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Alamaayyoo Atomsaa .

Ob. Alamaayyon sirna badhaasa gootata misoomaa marsaa 6ffaa magaalaa Adaamaatti har’a deemsifamerratti  yoo dubbatan, garaagarummaan qonnaan bultoota adda duree fi kaan gidduu jiru bal’aa waan ta’eef muuxannoo qonnaan bultoota adda duree caalatti babal’isuu dhaan duula hiyyummaarratti jalqabne injifannooodhaan milkeessuu ni dandeenya jedhan jiru,

Guddinni diinagdee keenyaa waggoota muraasaan asitti galmeessaa dhufne hamma misoomuu qabnu waliin kan nu hafu waan ta’eef karoora Guddinaa fi Tiraansifoormeeshinii galmaan ga’uu keessatti gama hundaan tumsa bal’aatu nu eeggata jedheniiru Ob. Alamaayyon.

Last Updated ( Friday, 30 March 2012 12:02 )

Read more...
 

Raawwiin Bara 2003 Karoora Guddinaafi Tiranisformeeshiniitif Bu'uurri Guddaan Kan Itti Kaa'amedha

 Raawwiin Bara 2003 Karoora Guddinaafi Tiranisformeeshiniitif Bu'uurri Guddaan Kan Itti Kaa'amedhaKabajamoo Obbo Alamaayyoo AtoomsaaPirezidaantii  Bulchiinsa  Mootummaa Naannoo Oromiyaa Duraan dursee ummata naannoo keenyaa fi biyya keenyaa maraaf baga bara haaraa...

Interviwii Kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa wallin taasifamee viidiyodhaan

Interviwii Kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa wallin taasifamee viidiyodhaan 
Read more...

Interview with H.E ato Alemayehu Atomsa

Interview with H.E ato Alemayehu Atomsa  President of Oromiya National Regional State {}  
Read more...

Dhaamsa Kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa,Pireezadantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Karoora Guddinaafi Tiraansfoormeeshinii Woggootan Shanaan Keessatti Hojjatmuu Ilaalchiise Miseensota Caffeef Dabarsan.(31Jan. 2011)

Dhaamsa Kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa,Pireezadantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Karoora Guddinaafi Tiraansfoormeeshinii Woggootan Shanaan Keessatti Hojjatmuu Ilaalchiise Miseensota Caffeef Dabarsan.(31Jan. 2011)      Kabajamoo Afyaa’ii!! Kabajamtoota Miseensota Caffee!!Mootummaan Naannoo Oromiyaa misooma ariifaataa, itti fufinsa qabu, kan ummatni sadarkaa sadarkaan irraa fa...

Last Updated ( Friday, 30 September 2011 10:48 )

Read more...
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!