
Manni Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa amma hojiirra jiru kun bara hojii Caffee Oromiyaa 4 , kan waggaa 1ffaa, yaa’ii jalqabaa Caffee Oromiyaa magaalaa Adaamaa Galma Caffee Oromiyaatti Fulbaana 20 bara 2003 gaggeeffameen Miseensota Mana Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa 19 Caffee Oromiyaatiin mormii fi sagalee Dhoorkaa malee sagalee deeggarsa 490, muudaman Oddeeffannoo fi Suuraa isaanii kan armaan gadiidha.
LANGUAGES