Trendy:
                                                                                                                                                                                       LANGUAGES         AFAAN OROMOO         AMHARIC
Home THE GOVERNEMENT THE EXECUTIVE BODY

THE EXECUTIVE BODY

Yaai’n Idilee Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti Deemsifamaa Jira

Yaai’n Idilee Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti Deemsifamaa Jira

(Oromiyaa, Finfinnee- Guraandhala 15,2004) - Yaa’ii idilee 5ffaan bara hojii 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti deemsifamaa jira.  

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

  Gabaasni Wayita Dhihaatu

Gabaasa  hojiilee gudguddoo qaama raaw’achiistuu mootummaa naannichaa Pirezidaantii Itti aanaa fi Hogganaan Biiroo Siviil Sarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Ob. Abdul aaziz Mahaammad caffeef dhiyeessaniiru.

 

Last Updated ( Thursday, 23 February 2012 15:52 )

Read more...
 

karoora 2004 wayita Yaa’ii Caffeetiif dhiyeessan

karoora 2004 wayita Yaa’ii Caffeetiif dhiyeessan  Kab. Obbo Abdullaaziiz Mahaammad pirezidaantii I/A                                              B.M.N.O   FI  Hog.B.S.S    B.Gaarii Or...

Last Updated ( Tuesday, 20 September 2011 12:22 )

Read more...

Gabaasa Rawwii Hojii BMNO Bara 2003

Gabaasa Rawwii Hojii BMNO Bara 2003 Kab. Obbo Abdullaaziiz Mahaammad pirezidaantii I/A B.M.N.O   FI    Hog.B.S.S     B.Gaarii Oromiyaa  Gabaasa Rawwii Hojii BMNO Bara 2003   wayita Ya...
Read more...

Gabaasa Raawwii Karoora hojiiwwan gurguddoo qaamoolee raawwachiistuu

Gabaasa Raawwii Karoora hojiiwwan gurguddoo qaamoolee raawwachiistuuKabajamoo Afyaa’ii !!Kabajamtoota Miseensota Caffee !! Mootummaan Naannoo Oromiyaa misooma ariifaataa, ittifufinsa qabu, kan ummatni sadarkaa sadarkaan irraa fayyada...

Last Updated ( Tuesday, 24 April 2012 14:31 )

Read more...

PRESIDANT OF OROMIYAA NATIONAL REGIONAL STATE GOVERNMENT

PRESIDANT OF OROMIYAA NATIONAL REGIONAL STATE GOVERNMENTDhaamsa Kabajamoo Obbo Alamaayyoo Atoomsaa,Pireezadantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Karoora Guddinaafi Tiraansfoormeeshinii Woggootan Shanaan Keessatti Hojjatm...
Read more...
  • «
  •  Start 
  •  Prev 
  •  1 
  •  2 
  •  Next 
  •  End 
  • »
Page 1 of 2
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!