Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC

BROCHURE

E-mail Print PDF

Heerri Mootummaa Federaalawaa Dimokiraataawaa Rippaabiliika Itoophiyaa Sadaasa 1987 A.L.I hirmaannaa sabaa sablammootaa uummatoota biyyattiitiin raggaa’e bu’aawwan hedduu lammiilee biyyaatii gonfachiiseera.Kana keessaa tokko uummatni biyyaatii mirgaofiin of bulchu akka argatu taasisuu dha. Mootummaan naannoo oromiyaas bu’uura heera mootummaa Itoophiyaatiin bara1984 labsii lak.7/1992 baheen hundeeffame. Mootummaan naannichaa heera kana bu’uree€ atee hunda’ee kun qaamolee mootummaa sadeen of keessatti qabata. Cafeen:_Qaama mootummaa olaanaa  kan seera tumu dha. Aangoo hojii raawwachiisuu kan qabu immoo mana maree bulchiinsa mootummaa naannichaati. Manni murtii immoo qaama seera hiiku . Magaalaa guddoon mootummaa naannoo Oromiyaa Fin nnee dha Bali’inni lafa oromiyaa 363,314.9km2 ./kunis bal’ina waliigalaa biyyaatti keessaa %34.3 ta’a. Bali’inna lafaa kana keessaa harki caalaan/88% /qixxee diraa galaanaatii oliin olka’iinsa 500m-2500qaba.Naannoon oromiyaa naannolee salgan mootummaa Fedaraalaa

 

 

 

Itoophiyaa hunda bal’inaan ni caala. Oromiyaan Bulchiinsa Naannoo Tigraayi in malee naannolee biyyaatii hunda wajjin wal-daangessa. Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa godina addaa naannawa Finfinnee dhiyeenya kana

 

 

TO DOWN LOAD THE BROCHURE CLICK HERE

 

 

 

 

Last Updated ( Thursday, 23 June 2011 14:35 )  
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!