Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa Xiyaara Booyiingi 787 Diriimlaayinar isa jalqabaa Kaampaanii Booyiingirraa sirna walharkaa fuudhinsaa taasisee jira.
Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Home ODUU AFAAN OROMOO Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa Xiyaara Booyiingi 787 Diriimlaayinar isa jalqabaa Kaampaanii Booyiingirraa sirna walharkaa fuudhinsaa taasisee jira.

Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa Xiyaara Booyiingi 787 Diriimlaayinar isa jalqabaa Kaampaanii Booyiingirraa sirna walharkaa fuudhinsaa taasisee jira.

E-mail Print PDF
[Finfinnee, Oromiyaa - 09 12 04]  - Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa Xiyaara Booyiingi 787 Diriimlaayinar isa jalqabaa Kaampaanii Booyiingirraa sirna walharkaa fuudhinsaa taasisee jira. Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa sirna walharkaa fuudhinsa kaleessa Siyaatilitti taasifameeni Xiyaara Booyiingi 787 Diriimlaayinar isa jalqabaa harkatti kan galfate. Daandiin Qilleensa Itioyoophiyaa Kaampaanii Booyiingirraa Xiyaara kana yoo bitu Addunyaarraa Daandii Qilleensaa isa 3ffaadha. Xiyaarri kun gara Itiyoophiyaa galuun dura balaliisaa isaa jalqabaa Waashiingitan Diisiitti taasisa. Jimaata dhufu gara Itiyoophiyaa seena jedhamee eegama. FBC tu gabaase.(Dhrtvo)
 
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!