Kaabinee Amma Hojiirra Jiru - KAABINEE AMMA HOJIIRRA JIRU
Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Home KAABINEE KAABINEE AMMA HOJIIRRA JIRU

KAABINEE AMMA HOJIIRRA JIRU

Kaabinee Amma Hojiirra Jiru(the current Cabinet)

Kaabinee Amma Hojiirra Jiru(the current Cabinet)

Manni Marii  Bulchiinsa  Mootummaa Naannoo  Oromiyaa  amma hojiirra jiru kun bara hojii Caffee Oromiyaa 4 ,  kan  waggaa  1ffaa,  yaa’ii  jalqabaa   Caffee  Oromiyaa magaalaa  Adaamaa  Galma  Caffee  Oromiyaatti Fulbaana  20  bara  2003 gaggeeffameen Miseensota Mana Marii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa 19 Caffee Oromiyaatiin mormii fi sagalee Dhoorkaa malee sagalee deeggarsa 490, muudaman Oddeeffannoo fi Suuraa isaanii kan armaan gadiidha.

 

Last Updated ( Monday, 17 June 2013 12:28 )

Read more...
 
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!