Sanyiin filatamaan kuntaalli miliyoonni 1.2 dhaabbilee federaalaafi naannoo sanyii baay’isaniin qophaa’es raabsamaa jira.kan gabaase galaalchaa keenya Taaddasa Bizuu’aalami.(FBC)
| Trendy: |
LANGUAGES ENGLISH
AMHARIC
Sanyiin filatamaan kuntaalli miliyoonni 1.2 dhaabbilee federaalaafi naannoo sanyii baay’isaniin qophaa’es raabsamaa jira.kan gabaase galaalchaa keenya Taaddasa Bizuu’aalami.(FBC)
Finfinnee, Oromiyaa 09 09 2005Ministeerri qonnaa calla guddistuu qonna afraasaa dhufuuf oolu Naannooleef raabsaa akka jiruu fi qonnaan bultoota xaa'oo fi sanyii filatamaa...
Finfinnee, Oromiyaa 09 09 2005 Siwiidiin damee teeknooloojii odeeffannoo fi huccuutiin Itiyoophiyaatti invasti gochuuf fedhii akka qabdu beeksifte. Siwiidiin damee invas...
Finfinnee, Oromiyaa 09 09 2005 Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Walisoo fi Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaalee Amuruu, Habaaboo Guduruu fi Jimmaa raareetti piroojekt...Last Updated ( Friday, 17 May 2013 16:41 )