
Biyyaaleen yaala Laga Abbayyaa yoo mormanillee Gibtsi Lga Abbayyaa akkaataa walii galtee bara koloneeffannoottiin fayyadamuu qaba gaaffii jedhu dhiyeessaa jirti.
Gareen eragamaan biyyattii har'a waaree dura ministira dhimma alaa Dr.Teewoodiroos Adihaanoom wajjin mari'atus waliigalteerra ga'uu kan dadhabe yammuu ta'u mareen qondaaltoota Itoophiyaa wajjin garee ergamaa biyyattiitiin eegalame waaree boodas akka itti fufu beekuun danda'ameera.(FBC)
LANGUAGES
ODUU
Kaadhimamaan dooktaraa Barsiisaa Fedhasaa Gulummaa gamasaatiin Ummanni Oromoo aadaasaa sirnaan beekuufi kan biraas beeksisuuf akkasumas bareessitootasaa jajjabeessuuf kit...
[Finfinnee, Oromiyaa 09 10 2005]Gareen Kubbaa miilaa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa har'a magaalaa Finfinnee Istaadiyeemmii Finfinneetti Garee Kubbaa mii...
[Finfinnee, Oromiyaa 09 10 2005]Imaammanni Diyaaspooraa Itiyoophiyaa ifa ta'e. Imaammanni Diyaaspooraa Itiyoophiyaa kaleessa bakka lammiileen Itiyoophiyaa fi dhalattoonni...
[Finfinnee, Oromiyaa 08 10 2005] Mootummaan Ijipti, dhimma hidha haaromsaa Itiyoophiyaa guddichaa, rakkoo siyaasa keessoo qabu hiikuuf itti fayyadamaa akka jiru ibsame. ...