Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Home ODUU AFAAN OROMOO

AFAAN OROMOO

Dargaggoonni Dhaabbiilee barnootaa ol'aanoo fi Koollejjoota irraa ba'an guddina diinagdee biyyattii keessatti ga'ee isaanii ba'aa jiru jedhame.

Dargaggoonni Dhaabbiilee barnootaa ol'aanoo fi Koollejjoota irraa ba'an guddina diinagdee biyyattii keessatti ga'ee isaanii ba'aa jiru jedhame.[Finfinnee, Oromiyaa 13 09 2005]Hawaasni hirmaanaa Misoomaa fi Bulchiinsa gaarii mirkeessuu keessatti jalqabe cimsee itti fufuu akka qabu, Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Alamaayahu Atoomsaa beeksissan. Jilli Pireezidantii Alamaayahu Atoomsaan durfamu, Hojiiwwan Misoomaa fi bu'uuraa Intarpiraayizii Maayikiroo fi Xixiiqqaa Magaalaa Bishooftuu keessatti hojjatamaa jiran daawwateera. Waldaalee nyaata lukkuu oomishanii fi hojii mukaa si magaalattii keessatti argaman kan daawwatan Pirezidaanti Alamaayyoon Waldaaleen kunniin kallattii karooraa Intarpiraayizii Maaykiroo Xixiqqaa kaa'ameen deemaa kan jiran ta'uu dubbatan. Dargaggoonni Dhaabbiilee barnootaa ol?anoo fi Koollejjootarraa eebbifamanii ba'an waldaan gurmaa'anii hojii qabatamaa keessa galuun guddina diinagdee biyyaatiif gahee isaanirraa ba?a akka jiranii fi milkaa'ina kanaaf Mootummaan deegarsa barbaachisu kan godhu ta'uu himan. Akaaluu Baqqalaatu gabaase.
 

Biiroon Haqaa Oromiya leenjii tajaajila haqaa si'ataa fi qulqullina qabu hawaasaf kennuuf kan dandeessisu hojjettoota isaaf kennaa jira.

Biiroon Haqaa Oromiya leenjii tajaajila haqaa si'ataa fi qulqullina qabu hawaasaf kennuuf kan dandeessisu hojjettoota isaaf kennaa jira.[Finfinnee, Oromiyaa 13 09 2005]Biiroon Haqaa Oromiya leenjii tajaajila haqaa si'ataa fi qulqullina qabu hawaasaf kennuuf kan dandeessisu hojjettoota isaaf kennaa jira. L...

Manni marichaa eenyummaa sab-lammootaatiif xiyyeeffannoo kennuun hojjiechaa jira

Manni marichaa eenyummaa sab-lammootaatiif xiyyeeffannoo kennuun hojjiechaa jira...

Lakkoofsi shakkamtoota 50 akka ga’e himame

Lakkoofsi shakkamtoota 50 akka ga’e himameAbukaatoonni shakkamtootaa hanga yoonaatti maamiltoonnisaanii mirga heera mootummaatiin goonfatan fayyadamaa hin jiran waan jedhaniif dhaddachichi keessumattuu koomishiin...

Guutuu biyyaatti lafti misooma jallisiitiin misoomuu danda'u hektaarri miiliyoonni 3.7 akka jiru Ministeerri Qonnaa beeksise.

Guutuu biyyaatti lafti misooma jallisiitiin misoomuu danda'u hektaarri miiliyoonni 3.7 akka jiru Ministeerri Qonnaa beeksise.[Finfinnee, Oromiyaa 12 09 2005]Guutuu biyyaatti lafti misooma jallisiitiin misoomuu danda'u hektaarri miiliyoonni 3.7 akka jiru Ministeerri Qonnaa beeksise. Guutuu biyya...
  • «
  •  Start 
  •  Prev 
  •  1 
  •  2 
  •  3 
  •  4 
  •  5 
  •  6 
  •  7 
  •  8 
  •  9 
  •  10 
  •  Next 
  •  End 
  • »
Page 1 of 510
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!