MAXXANSAALEE
Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Home MAXXANSAALEE

MAXXANSAALEE

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 30

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 30
Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 29
hojiirra oolchuun sadarkaa godinichaafi naannootti fakkeenya ta’an jila Pirezedaantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Alamaayyoo Atoomsaatiin durfamuun daawwatame.
Daawwannaa kanarratti Pirezedaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Alamaayyoo Atoomsaa akka jedhanitti paakeejii mirkaneeffannaa qulqullina barnoota mootummaan baase manneen barnoota hunda keessatti hojiirra oolaa jira. Paakeejii mirkaneeffannaa qulqullina barnootaas raayyaa misooma barnootaatiin hojiirra ooluun bu’aa gariin manneen barnoota keessatti galmaa’aa akka jiru Pirezedaant Alamaayyoon eeranii, manneen barnootaa muuxannoowwan gaggaariin keessatti argame manneen barnoota sadarkaa 1ffaa Shanaaniifi sadarkaa 2ffaafi Qopha’iina Shanaan isaan tokko akka ta’an himaniiru.
Kaayyoon daawwanaa kanaas muuxannoowwan gaggaarii ijaarsa raayyaa misooma barnootaa dhugoomsuun qulqullina barnootaa mirkanaa’e manneen barnootaa naannoo Oromiyaa hunda keessatti baballisuu,manneen barnnoota sochii akkasii keessa galanis akka cimaniifi jajjabaatan gochuudhaafi.
Read more...
 

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 29

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 29Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 29 Ayyaanni Caamsaa digdamaa waggaa 22ffaan akka naannoo Oromiyaatti Naqamtetti kaleessa kabajame.Qabsoo hidhannoo wareegama guddaa gaafat...

Last Updated ( Thursday, 06 June 2013 16:56 )

Read more...

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 28

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 28Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 28Mootummaan Naannoo Oromiyaa bulchiisagaarii mirkaneessuuf hojii hojjetaa jiru caalmaatti cimsuuf dambii dhimmoota bulchiinsaa, iyyannoo...

Last Updated ( Thursday, 06 June 2013 17:00 )

Read more...

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 27

Kallacha Oromiya bara 20 lakk. 27Rakkkoowwan misooma magaalotaaf hudhaa ta’an hiikuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaadha jedhameleenjii guyyaa lamaaf kennamerratti yoota’u, hanga ammaatti bu’a...
Read more...

Gaazeetaa Oromiyaa 502

Gaazeetaa  Oromiyaa 502Caamsaan 20n guyyaa bilisummaan saboota, sab-lammootaa fi ummattoota Itoophiyaa itti mirkanaa’ee fi haaromsa biyya keenyaatiif boqonnaa haaraa kan bane akka ta’e waaj...

Last Updated ( Sunday, 26 May 2013 10:26 )

Read more...
  • «
  •  Start 
  •  Prev 
  •  1 
  •  2 
  •  3 
  •  4 
  •  5 
  •  6 
  •  7 
  •  8 
  •  9 
  •  10 
  •  Next 
  •  End 
  • »
Page 1 of 18
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!