MOOTUMMAA
Trendy:
                                                                                                                                                                                                                                      LANGUAGES         ENGLISH         AMHARIC
Home MOOTUMMAA

MOOTUMMAA

Gabaasa raawwii 2004 fi karoora 2005

Gabaasa raawwii 2004 fi karoora 2005

Pirezidaantii Itti Aanaan Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi hogganaan  Biiroo Siviilsarviisii fi Bulchiinsa Gaarii Oromiyaa Kabajamoo Obbo Abdulaaziiz Mahaammad Gabaasa raawwii  Hojiiwwan gurgoddoo Qaama Raawwachiistuu Mootummaa kan bara  2004 fi kallattii karoora mootummaa naannichaa kan bara 2005 Yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii Caffee 4ffaa waggaa 2ffaa Caffee Oromiyaatiif dhiyeessan.

 

Read more...
 

Naannoo Oromiyaatti waldaaleen Intarpiraayizii 68 gara guddattii industirii giddu galeessaatti ce’an.

Naannoo Oromiyaatti waldaaleen Intarpiraayizii 68 gara guddattii industirii giddu galeessaatti ce’an.(Bitootessa 21/2004, Finfinnee)-Naannoo Oromiyaa keessatti waggoottan darban waldaaleen intarpiraayizii maayikroo fi xixiqqaa 35, 000 miseensota  kuma 357ol qaban gurmaa...

Odeeffannoowwan Bu’uuraa

Odeeffannoowwan Bu’uuraa Moggaasa Maqaa: Mootummaa Naannoo Oromiyaa Hundeeffama: Bara1984 labsii Lak. 7/1992’n MagaalaaGuddoo: Finfinnee Pirezidaantii: Alamaayy...

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame (Bitootessa 21/2004, Finfinnee) Muxannoo qonnaan bultoota adda duree daran cimsinee babal’isuun qabsoo hiyyummaarratti jalqabne milkeessuf nu dandeessisa jedhan,pirezid...

Last Updated ( Friday, 30 March 2012 16:12 )

Read more...

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame

Muuxannoon Qonnaan Bultoota Adda Duree Daran Cimee Babal’achuu Akka Qabu ibsame (Bitootessa 21/2004, Finfinnee) Muxannoo qonnaan bultoota adda duree daran cimsinee babal’isuun qabsoo hiyyummaarratti jalqabne milkeessuf nu dandeessisa jedhan,pirezid...

Last Updated ( Friday, 30 March 2012 12:02 )

Read more...
  • «
  •  Start 
  •  Prev 
  •  1 
  •  2 
  •  3 
  •  4 
  •  5 
  •  6 
  •  Next 
  •  End 
  • »
Page 1 of 6
YAADACHIISA HORDOFTOOTA WEBSAAYTII OROMIYAATIIF
Maxxansaalee adda addaa fi qophiilee dokimantariiwwan kan feenu waan ta'eef akka hordoftan isin affeerra!!!